Xurree ittiin seenan

Breaking News

Turtii - Hudeessituu Dhaabbata Numaan Wajjin


Turtii - Hudeessituu Dhaabbata Numaan Wajjin
please wait

No media source currently available

0:00 0:11:30 0:00

Aannee Ajjaamaa as Yunaaytid Isteets Kutaaa Minisootaa keessa jiraatti. Hojii hawaasummaa, siyaasa, fi dhimmoota Oromoo adda addaa keessatti gahee qabachuudhan beekkamti.

Dhiheenya kana immoo dhaabbata tola ooltummaa, Numaan jedhu dhaabdetti. Akkamitti gara kana fuulleeffachuu murteesite? Hojiiwwan tola ooltummaa tanaan dura itti milkoofte maal faadha? Aanneen keesummaa Labataati.

XS
SM
MD
LG