Xurree ittiin seenan

Breaking News

'Visit Oromia Hackathon' -Dorgommii Rakkoo Tuurizimii Teeknoolojiin Furuuf Qophaahe


'Visit Oromia Hackathon', Finfinnee, Fulbaana 24, 2021
'Visit Oromia Hackathon', Finfinnee, Fulbaana 24, 2021

Koomishiniin Tuurizimii Oromiyaa Imbaasii Indoneesiyaa Finfinneetti argamu wajjin ta’uudhan dorgommiin 'Visit Oromia Hackathon' jedhamu qopheesse Jimaata harraa jalqabameera.

Dorgomii kaanaafis, dhuunfadhan- namoonni 500 ol, akkasumas gareen 75 galmaahuu biiroon kun kara fuula Feesbuukii isaa 'Visit Oromia' jedhuu Kamisa kaleessaa ibseera. San keesayis gareen 8 filamuutu himame.

Tuurisimii gara diijitaaitti fiduuf, rakkinoota karaa turisimii jiran dargaggoonni ogummaa teeknoolojii odeeffannoo fi koompiterii qaban, kalaqa adda addaa uumuudhan furuuf akka fayyaduuf kun yaadamutu ibsame.

Hogganaa damee diijitaal tuurisimii, Mullataa Alaamuu keessummaa Labataati, dhaggeeffadhaa.

'Visit Oromia Hackathon' -Dorgommii Rakkoo Tuurizimii Teeknoolojiin Furuuf Qophaahe
please wait

No media source currently available

0:00 0:10:26 0:00


XS
SM
MD
LG