Xurree ittiin seenan

Breaking News

Barreessuu caalaa Maxxansisuu fi Raabsuutu Rakkoo Dha


Oromiyaa keessatti kitaaboota Asoossomaa kanneen seenaa dhugaa irratti qiyyaafatan akkasumas qorannaalee irratti hirkachuun barreefaman lakkofsaan dabalaa jiru.

Amaan dura kitaaboota Asoossomaa fi qorannoo seenaa dhugaa irratti fulleeffatan lama kan bareessan Obbo Toleeraa Fiqiruu Gamtaa yeroo ammaa kitaaba sadaffaa mata dureen isaa Raayyaa Dhugaa jedhamu gabaa irra oolchanii jiru.

Barreessuun dandeetti uumamaan horatan kan jedhan obbo Toleeraan aadaa barreeffamoota dubbisuu garuu hawaasa keenya keessatti jajjabaachuu qaba jedhu.

Kana malees Kitaaboota barreffaman adda addaa hojiin maxxansisuu fi raabsuu qaamni nama gargaaru jiraachu qaba jedhan.

please wait

No media source currently available

0:00 0:10:41 0:00
Xurree marsariitii
XS
SM
MD
LG