Roobii, Guraandhalaa 10, 2016 Local time: 18:09

    Oduu

    Gaaffiin Uumataa Hamma Deebii Argatutti Qabsoon Itti Fufa

    Tujube Kussa
    Addi bilisummaa Oromoo baatii sadaasaa fi muddee keessa naannolee Oromiyaa adda addaa keessatti lola ripxe loltummaa geggeesseen loltoota mootummaa hedduu ajjeesuu isaa beeksisee jira.  Uummanni bilisummaa gonfachuuf gaaffii inni dhiyeesse hanga deebii argatutti qabsoo hidhannoo kan itti fufu ta’uu dubbi himaan adda bilisummaa Oromoo Obbo Booruu barraaqaa ibsanii jiran.

    Oduu kana kan ilaaleen deebii mootummaan Itiyoopiyaa kennu argachuuf Obbo Bereket Simon-tti bilbillee dhimma kana irratti akka gaaffii fi deebii kennuu hin feene nuuf ibsanii jiru.

    Gaaffii di Deebii armaan gaditti dhaggeeffadhaa
    Gaaffii di Deebii dhaggeeffadhaai
    || 0:00:00
    ...    
     
    X
    This forum has been closed.
    Comments
         
    Kana keessatti yaadi kenname hin jiru. Yaada kennuun ka duraa ta’i.