Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhoohinsa magaala Indoneezhiya Jaakaartaa keessatti harra ta'e

Dhaabni Oduu Aamaq, an ISIS wajjin hidhata qabu, akka gabaasetti haleellan Seenteeraal Jaakaartaa (Central Jakarta) godhame kun lammilee biyya alaa fi humnoota isaan egan irratti kan xiyyeffate. Jaakartaa, Indoneezhiyaa Amajjii 14,2016

Caalaa agarsiisi

XS
SM
MD
LG