Xurree ittiin seenan

Breaking News

Help

Baarbaadi

Soqi

Sagantaa VOA Afaan Oromoo karaa qabiyyee isaa, marsariitii irra barbaadanii sabqunnamtii hawaasaa fi email irratti walii dabarsitaniin isanii kenna.

Barbaaduu ykn soquuf “soqi” jedhii barreessii “Soqi”jedhii cuqaasi.Achiin duubatti galmeelee hedduu waan ati barbaadduun wal fakkaattu argita.Galmee sun laaluuf, asi cuqaasi.

Waan soqxu ykn barbaaddu cufaa “mallattoo dubbii” keessa galchii barbaadi (''''Pirezidaantii Itoophiyaa'')

-Waan barbaadde argachuuf jecha cufa ykn gaalee cufa duratti + dabal fkn (xaafii+loon)

-Yoo akka wannii ati hin barbaanne jecha ykn gaalee keessatti hin mul'anne feete-duratti dabali fkn(farda-mana)

Fakkeennaaf:

-baala boqqoolloo '''qixxaa qamadii'''--gaalee fi jechallee hinuma argita

-+waxii lukkuu-dinnichaa-raafuu,baaduun asitti mullachuu dandaha;waxii lukkuullee arguu dandeetta;baaduun ammoo mullachuu hin qabu

Mallattoo addaa

?malltoo qeenxee addaatiin wal fakkaati.dinnicha? Dinnicha ykn ataraan wal fakkaati.

=qabxii tokkee feeteenuu wal fakkaatti(0-9)==lakkoofsa abbaa sadii feeteenuu wal fakkaatti.

*mallattoo lakkoofsa feeteenuu wal fakkaatti.muuzii* wal fakkaatti

~~lakkoofsa wal faana jiru agarsiifti 14~~18 akkanaaf deemti 14,15,16,17 ykn 18

Mallattoo soquun hin dandeenne:

Mallattoo dagalee,Mallattoo sararaa duratt buttu,Mallattoo fuula gargar baaftu, Mallattoo sarara haaraa,Iddoo,Duubatti deebiftuu,,Irraan gadee,

- ! "" # $ & ' ( ) * + , . / : ; < = > ? [ \ ] ^ ` { | } ~ %"

Qooduuf

Walqabsiiftuu(link) teennaan barreeffama hedduu caasaa sabqunmatii hawaasaa irratti qooduu dandeettan.Caasaan kun akka isan walqabsiiftuu tanaan hariyaa teessanii ergitan isan tolchiti.Qabiyyee jaalattan hedduu fi nama fedhii akka keessanii qabulleen wal isan agariisfti.

Teknika

Marsariitii teessan irraa sagalee ykn qoonqoo akkamiin caqasa?

Meeshaaleen sagaleen caqasatan akkaataa komputerii keessan itti hojjatu irratti waan hirkatuuf MP3 teessanillee,yoo hujii isii akka dansaa beettan isanii hojjata.

Yoo caasaan komputera keessanii WINDOW tahe meeshaan WINDOW ufumaan fa'ama.Meeshaa sagaleen dhagahan 9 ykn sunii oli qabaachuu malte.

Yoo ammo REAL PLAYER qabaatte isa 10essoo ykn sunii oli qabaachuu wayya.

“Media Player” sagalee caqasuuf si gargaara.Kana irraa gadi fa'achuu dandeetta.Akka fa'atan (download)tolfatan marsariiti sun irraa ilaalaa.

Yoo walqabsiiftuun(link) ani filadhe naa hojjachuu didde maan tolcha?

Yoo meehsaa sagalee sii waraabu guyyaallee qabu qabaattee caasaan komputera keetiilleen sii eeyyame akkaataan waraabbattuun qajeelfachuu malte.Taatullee tun akkuma komputeraatiin gargar jirti.Fkn yoo hujii jiraatte ykn ammoo Intenet Caffe keessa jriaatte warruma hujii teknikaa jaraa hojjatu gaafadhu.

Odeeffannooo,caasaa interneetii (browser) kami fayyadamta?

Akkamiin marsariti VOA qabaadha?

Internet Explorer 6 ykn sunii oli Window irraa fayyadamuuf:

-Isa “tools” ykn meeshaa jedhu banii achii “internet options...filadhu…”

“General Tab” jedhamee sii banamuu qaba

-Sanduuqii gubbaa jiru “Home Page” jedhu mullachuu qaba.

-Yoo barreeffamii “Adress”jedhu mullate, kana barreessi http://www.voanews.com

-Eeyee ykn “OK” jedhii Window tana jalatti barreessi.

Firefox 2.x fi MacOSX fi sunii oliitiif ammo:

-”Tools”banii isa “Options” jedhu filadhu

-Achii ammoo isa “Main” jedhu filadhu

-Sanduuqa “Home Page” jedhu keessatti ammoo akkana jedhii barreessi: http://www. voanews.com

-Achin duubatti 'OK”jedhii barreessi.

Jarna yoo waan isanii hin galin qabaattan horn@voanews.com irratti nu gaafadhaa.

XS
SM
MD
LG