Xurree ittiin seenan

Breaking News

Filannoo Itoophiyaa Ta Baranaa Nama Miliyoona Hedduutti Filachuuf Galmaa’e Jedhan


Itoophiyaatti filannoo bulchiinsa Finfinnee,Dirree Dhawaa fi naannolee akka Waajjira Boordii Filannoo Itoophiyaa,Obboo Neggaa Duuffisaatti nama miliyoona hedduutti galmaahe.

Namii bahee filate ka ganna shanan dabraniitiin yoo wal bira qaban akka obboo Neggaatti nama hedduutti filate.

Obboo Neggaan filannoo baranaa paartileen 20 caalaatti itti dorgomae jedhanillee ADWUI harka 90 caalaa moohachuun mirkana.Paartileen mormituu ammoo ADWUI kophuma dorgometee kophuma moohatte jedhan.

Waajjirii Boordii Filannoo ammoo akka fedhan dorgomanii ummata baafachuun hujii paartilee dorgomaniiti.Gama kaaniin ammoo paartiin DHDUO akka jecha obboo Abraham Adulaa I/G dhaaba kanaa damee Diree Dhawaatti filannoo baranaa moohachuun waan kaarra hin qamne,harka dhibba tokkoo moohanna jedha.

Mee filannoon Oromiyaa naannolee gara garaallee MP3 tanaa irraa caqasaa.

Mee tana ammoo caqasaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:11:55 0:00
Xurree marsariitii

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG