Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dorgommii Oloompikii Raashiya Ittuma Jiranii USA Maadliyaa 12tiin Baatee Noorweey Jala Jirti



Oloompikii Russaa magaalaa Sochii tana biyya 88tti ispoortii gosa 15tiin wal dorgomaa, Norweeyitti madaaliyaa hedduu argatee dura jira
Oloompikii Russaa magaalaa Sochii tana biyya 88tti ispoortii gosa 15tiin wal dorgomaa, Norweeyitti madaaliyaa hedduu argatee dura jira
Oloompikii Gannaa, Winter Olympikc 22esso guyyaan 6n duratti Russia magaalaa Sochitti jalqaban hardhallee ittuma jiranii, Amerikaan sadarkaa 5essso irra kaatee amma sadarkaa ammeessoo jalatti Noorweeyitti dhiyaatte.

Taatullee Norwey ammallee madaalityaa 13 tiin tokkeessoo Nezeralndinsitti fi USA ammoo 12 lamaan wal qixxee tahanii lammeesoso jiran

Gareen Hockey,qillee Amerikaa Slovakia 7-1 dhaantee mootee iftaan ammoo Russia waliin taphatti.

Warra dhibiin hardha Amerikaa madaaliyaa warqii argachiise keessaa tokko Joss Christensen.Gus Kenworthy ammoo birrii,Nicholas Goepper akkanuma meetii dabalteef sadrkaa biyya isaanii oli ceesisan.

Chaayinaallee akkauma itti capxu cabxee warqii tokko argattee inatalsa isaanii Jianrou Li metirii 500 irratti doprgomteefii warqii fuuteef.

Atileetiin Poolaanid Justyna Kowalczyk fiigicha qaxxaamura km 10 cabbii irratti dorgoman irratti warqii fuuteef.

Hardha Noorweyii fi Kanaadaatti waliin taphachhuutti jira.Olympiki Russiaa magalaa Solchiitti itti jiran eegii jalqabanii guyyaa 6 keessa jiranii guyyaa 10tti hafe.

Dorgommii olompikii tana atileetota 3000 dhiyaatani ta biyya 88tti cabbii irra fiigaa,gaara cabbii koraa,cabbi irratti qillee taphacaa gosa ispoortii 15tiin wal dorgoma.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG