Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ejensiin traansformeeshinii qonnaa Itiyoophiyaa gabaasa dhiyeesse


Obbo Kaalid Boombaa
Obbo Kaalid Boombaa

Waggootii darban Afur keessatti hojiin gaggeeffame bu’a qabeessa ture jechuun gabaasa fuula 110 qabu dhiyeessee jira.Hojii rawwachinsaa olaanan kan dhaabata kanaa obbo Kaaliid Boombaa akka jedhanti jijjiramnii fi bu’aan argamee kallattidhaan qonnaan bulaaf ta’u ibsanii kunis oomisha omishtummaa fi gabaa walitti hidhuun kan gaggeeffame ta’u dubbatan.

Hojiin kunis sanyii midhanii foyyeeffame gargaaramuun yoo ta’u leenjii kanaa kan argatan qonnaan bulaa Miliyoona 6 keessaa yeroo ammaa miliyoonni 2.2 hojii irra oolchaa kan jiran ta’uun milka’inaa fi ajaa’ibsisaa dha jedhu. Warri hafan bu’aa isaa eega rganii booda hojii irra oolchu jedhu.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG