Dhukaasa fi Dhohinsa Waagaaduuguu Burkiinaa Faasootti Kaleessa, Amajjii 15, 2016, Dhaqqabe
Hoteelota guguddoo fi beekamoo walakkeessa magaalaa Waagaaduuguu ka biyya Burkinaa Faasoo ka lammilleen biyya ala keessaa deemuu baay’isanitti kalee galgala dhukaasaalee fi dho’insi adda adda dhaga’ame jira. Gabaasaan VOA Waagaaduuguu jiru akka jedhutti, hoteela miidhagaa, karaa guddaa walakkeessa magaalattii jiru fuul-duratti konkolaataan tokko ibiddaan belbele jira.
Tamsaasa sagalee
-
Adoolessa 29, 2018Tamsaasa kallatti 2
-
Bitootessa 17, 2016Joon Keeriin Gochi Aysiis (IS) Hojii Duguuggaa Sanyiiti Jedhe
-
Bitootessa 14, 2016Haleelaa Iyvoorii Kosti
-
Bitootessa 12, 2016Hriira Mormii Oromoo DC Keessatti Bahan
-
Bitootessa 09, 2016Haleellaan Boombii Moqaadishoo Keessatti Raawwatame Lubbuu Galaafate