Xurree ittiin seenan

Breaking News

Pireezdanttii Yunaaytid Isteets Ta'uu barbaaddaa?Karaan isaa dheeraa fi dhamaasisaa dha, lafuuma kaatee pirezdaanti hin taatu. “Akkamitti ree?” jechuun kee hin hafu.Mee viidiyoo gabaabduu tana laalii...


Yeroon sun gahee --- yeroon lammiwwan Yunaaytid Isteets pireezdantti isaani itti filatan. Pireezdanttii ta’uuf karaan isaa dheeraa fi dhamaasisaa dha.Ta’us lafuuma kaatee pirezdaanti hin taatu. “Akkamitti ree?” jechuun kee hin hafu. Heerri Yuunaytid Isteets namni tokko dorgomuuf: Biyya kana kessatti dhalachuu, Oggaa 35 ta’u, fiYoo xinnatee ogaa 14 Yunaaytid isteets kessa jirachuu akka qabu dubbata.

XS
SM
MD
LG