Xurree ittiin seenan

Breaking News

Fixiinsi Duguuginsa Sanyii Bara 1994-ii Rwaandaa Harra Yaadatamee Oola


Pireesdaantiin Ruwaandaatti , Powul Kaagaamee, sagaantaa yadannoo oggaa 22ffaa harra ibsaa sidaa Giisoozii jedhamuu, han Kigaalii jiru biratti ibsuudhan jalqabsiisaniiru
Pireesdaantiin Ruwaandaatti , Powul Kaagaamee, sagaantaa yadannoo oggaa 22ffaa harra ibsaa sidaa Giisoozii jedhamuu, han Kigaalii jiru biratti ibsuudhan jalqabsiisaniiru

Korri Walii-galaa ka Tokkummmaa Mootummotaa ,Mudde 23, bara 2003 marii geggeesse irratti, har’i, jechuun Ebli 7, guyyaa fixiinsi duguuginsa sanyii bara 1994-ii Rwaandaa keessatti itti jalqabeef yaadannoo ta’ee akka Addunyaa irratti yaadamu murteessuun ni yaadatamaa. Har’aa waggaa 22ffaa guyyaa fixinsaa kana tu guutummaa Addunyaa irratti yaadatama.

Walitti bu’insaa Ruwaandaatti oggaa 22 dura ta’ee saniin namoonni 800, 000 lubbuu isaanii dhabaniiru. Pireesdaantiin biyyattii, Powul Kaagaamee, sagaantaa yadannoo oggaa 22ffaa harra ibsaa sidaa Giisoozii jedhamuu, han Kigaalii jiru biratti ibsuudhan jalqabsiisaniiru. Ibsaan isaan qabsiisan kun guyyaa 100 tura.

Fixiinsi Duguuginsa Sanyii Bara 1994-ii Rwaandaa Harra Yaadatamee Oola
please wait

No media source currently available

0:00 0:00:21 0:00
Xurree marsariitii

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG