Erga shamarran 200 ol doormii mana barumsaa magaala Chiibokii, Naaygeeriya kessaa Milishoota Bokko Haraamiin fudhatamanii as buuteen isaanii dhabamee oggan lama harra. Shamarran kana kessaa 200 ammas asubuuteen isaanii hin beekkamu.
Shammarran Chibookii erga milishoota Bokko Haraamiin fudhatamanii Oggaa lama ta'e.
![Faayilii - VOA sagantaan afaan Hauzaa dhimmaa shamarran milishoota Bokko Haraamin fudhatamanii irratti marii geggeese ture. Ebla, 14, 2015](https://gdb.voanews.com/0dab5da4-4ad1-4091-8faf-e241b97cb9f1_w1024_q10_s.jpg)
1
Faayilii - VOA sagantaan afaan Hauzaa dhimmaa shamarran milishoota Bokko Haraamin fudhatamanii irratti marii geggeese ture. Ebla, 14, 2015
![Faayilii - Sirna dungoo ibsuu Shamarran Chibooki yaadachuudha godhamee,Chibokii, Naayjeeriyaa, 2015.](https://gdb.voanews.com/c82ecc3b-5a76-45bc-b173-a5ced80bb7f5_w1024_q10_s.jpg)
2
Faayilii - Sirna dungoo ibsuu Shamarran Chibooki yaadachuudha godhamee,Chibokii, Naayjeeriyaa, 2015.
![Faayilii - Hiriira Abujaatti shamarran kun akka barbaaddaman gaafachuudha godhame irratti haatii intalli ishii jalaa fudhatamte takka oggaa boochu, Naayjeriyaa,2016.](https://gdb.voanews.com/78eab570-1e49-474b-b420-3744bc8a8f97_w1024_q10_s.jpg)
3
Faayilii - Hiriira Abujaatti shamarran kun akka barbaaddaman gaafachuudha godhame irratti haatii intalli ishii jalaa fudhatamte takka oggaa boochu, Naayjeriyaa,2016.
![Faayilii - Rev. Inoch Maark, bakka bu'aa maatii shamarran Chibookii, walgahiii mala ittin shamarran kana barbaadan irratti hasaha godhan](https://gdb.voanews.com/b9d0604e-8539-463b-8d2d-d17071dc60f3_w1024_q10_s.jpg)
4
Faayilii - Rev. Inoch Maark, bakka bu'aa maatii shamarran Chibookii, walgahiii mala ittin shamarran kana barbaadan irratti hasaha godhan