Xurree ittiin seenan

Breaking News

Balaan Xayyaara Raashiyaa Irra Ga’e Shororkeessummaan Wal Hin Qabatu: Rashiyaa


Balaan Xayyaara Raashiyaa Irra Ga’e Shororkeessummaan Wal Hin Qabatu: Rashiyaa
Balaan Xayyaara Raashiyaa Irra Ga’e Shororkeessummaan Wal Hin Qabatu: Rashiyaa

Xayyaarri Dilbata darbe galaana keessatti kuftee namoota irra turan 92 galaafatte keessatti dhuka’aan kan hin turre ta’uu angawoonni waraana Raashiyaa har’a beeksisaniiru.

Kan komiishina waraanaa balaa sana qorate hoogganan Lt. Gen. Sergei Bainetov akka jedhanitti saanduqa sagalee waraabukan balalii sana irraa irraa xiinxalli argame sababaan balaa Sanaa shororokeessummaan wal qabachuu isaa hin beeksisin jira.

Qorattoonni sababaan isaa tarii boba’aa gaafii hin ta’in, dogoggora paayileetii ykn ka biroo qorataa jiran.

Xayyaarri Sochi dhaa ka’ee gara Siiriyaatti balali’aa ture sun miseensotaa garee baandii waraanaa kanneen ayyaana waggaa irratti agarsiisa muuziqaa dhiyeessuuf deeman baatee ture.

XS
SM
MD
LG