Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Saalvaa Kiir Jiguu Qaba: Garee Ripxe Loltoota Haaraa Kan Sudaan Kibbaa


Mootummaan Saalvaa Kiir Jiguu Qaba: Garee Ripxe Loltoota Haaraa Kan Sudaan Kibbaa
Mootummaan Saalvaa Kiir Jiguu Qaba: Garee Ripxe Loltoota Haaraa Kan Sudaan Kibbaa

Kan biyya waraanaan bututte Sudaan kibbaa keessa jiru gareen ripxe loltoota haaraa biyyattii fi lammiiwwan Sudaan kibbaa biyyootii alaa keessa jiraatan biratti deggersa sadarkaa ol aanaa argatee jira.

General Faiz Ismail Futu, taayitaa isaanii kan garee ripxe loltoota beekamaa SPLM keessaa gad dhiisanii National Salvation Front jedhamutti kan makaman ta’uu torban kana beeksisan.

Kan US keessa maadheffatan dura taa’aan SPLM duraanii Ladu Jada Gubek kaleessa VOA waliin gaaffii fi deebii geggeessaniin isaaniif miseensonni angawaa ol aanaa garee haaraa NSFtti makaman.

Jaadaan dandeettii prezidaant Salva Kiir hookkara Sudaan Kibbaa keessaa dhaabsisuuf qaban irraa amantaa hin qabu jedhan.

Mootummaa SPLM kan prezidaant Salvaa Kiir Mayaardiitiin hoogganamu dimokraasii irraa gara abbaa irrummaatti, walabummaa irraa gara hacuuccaatti, qixxummaa fi hirmaannaa uummataa irraa gara—tti sabboontummaa irraa gara gosummaatti nageenya irraa gara waraanaatti jijjiirame jedhan.

Gabaasa guutuu dhaggeeffadhaa

Mootummaan Saalvaa Kiir Jiguu Qaba: Garee Ripxe Loltoota Haaraa Kan Sudaan Kibbaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:04 0:00

XS
SM
MD
LG