Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hoogganoonni EDEPA Wal Falmaa Jiran


Paartiin mormituu EDEPA marii paartii biyya bulchu IHADEG waliin geggeessaa jiru ilaalchisee falmii bulchiinsaa keessa seenee jira.

Dura taa’aa paartichaa Dr. Caanee Kebedee fi marii sana irratti kanneen hirmaatan kanneen biroon ejjennoo paartichaa waan hin calaqqisneef wal ga’ii mana marii geggeessameen itti gaafatama qaban irraa gad butamuun bulchitoonni haaraa filatamuu isaanii ibsan.

Wal ga’iin mana maree Sanaa seeraan ala ta’uu kan ibsan Dr. Caannee Kebbedee gama isaaniin amma iyyuu dura taa’aa paartichaa ta’uu isaaniif dhimma isaa gara mana murtiitti kan geessan ta’uu dubbataniiru.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG