Xurree ittiin seenan

Breaking News

Muummichi-ministaraa Itiyoophiyaa Kora dinagdee Afrikaa Finfinneetti Eegalame Banan


Akaakuun bulchiinsaa biyya tokko keessatti gad-dhaabamu, jjijjiirama, misoomaa fi ijaarsa dimookiraasii kan ibsuu fi fuul-duratti dhiibu akka tahe dubbatu – Muummichi-ministaraa Itiyoophiyaa – Hayile-maariyaam Dessaalegni.

Itiyoophiyaa keessatti ijaaramaa jira – kan jedhan, mootummaan misoomatti fuuleffate, kan biyyoota Ashiyaa gama kaabaa irraa adda ta’uu illee ibsan.

Har’a, magaalaa Finfinneetti kan argamu – galma dhaabbata Tokkummaa Mootummootaa keessatti, konferensii yokaan kora dinagdee Afrikaa yeroo bananitti kana dubbatan – Obbo Hayile-maariyaam.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG