Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ayyaanni Cuuphaa guyyaa harraa hordoftoota amaantaa Ortoodoksiitiin sirnaa oo’aadhan kabajamee oole. Waldaan Dukoo Bu’ootaa, waldaan Oromiyaa kessatti tajaajila Afaan oromoo baballisuu irratti hojjatuu,Finfinnee keessatti kaleessa ayyaana jala bultii Kataraa, harras aayyana cuuphaa kabajame irratti hirmaateera.

Qindeesitoota Waldaa Duka Bu’ootaa keessaa tokko an ta’an, Fiqiruu Mulaatuu Tigist Gameetu dubbise, dhaggeeffadhaa.

Ayyaana Cuuphaa, Finfinneetti
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:02 0:00

Ayyaana Cuuphaa, Finfinneetti
Ayyaana Cuuphaa, Finfinneetti

“Yeroo jalqabaaf Taabota Maaramii Kiiloo 5 kabajuudhan Waldaa Duuka Bu'ootaa fi Gamtaan Tajaajiltoota Afuurawaa Afaan Oromoo faarfannaa Afaan Oromoo fi aadaa uffata uummata Oromootiin hanga Hurufa Boombii(Jaanmeedatti) hirmaachuu fi Seenaan kun baay'ee kan nama gammachiisudha,” jechuudhan gurmuun kun fulla feesbuukii irratti beeksiseera.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG