Moromiin Oromiyaa Keessaa Guyyaa Lammaffaaf Itti Fufe
Godinaalee Oromiyaa hedduu keessatti hoji-dhaabinsi mormii fi bakkawwan haga tokko keessatti immoo, hiriirawwan mormii, guyyaa lammaffaaf itti fufanii jiran.