Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dr. Abiy Ahimad dura ta’aa ADWUI Ta’anii Filataman


Manni Maree Adda Demokraatawa Warraaqsa Ummattoota Ityoophiyaa dura ta'aa Dh.D.U.O fi itti aanaa pireezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Dr. Abiy Ahimad dura taa’aa addichaa taasisuun filate.

Dr. Abiy mummicha ministiraa biyyatti ta'an jedhameet eeggama, kunis paarlaamaadhan raggasifama.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG