Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Naannoo Oromiyaa nama 7,000 oli hidhaa gadi dhidhiisuuf waan himataniin bira dabreef


Obboo Lammaa Magarsaa
Obboo Lammaa Magarsaa

Nama waan jarri yakke jedhan bira dabraniif 7,611 keesaaa, 7,183 dhiira kaan ammoo dhalaa.

Akka pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa,obboo Lammaa Magarsaa OBN irratti jedhetti mootummaan Oromiyaa hujii siyaasaa isaa hojjachuutti jiru lafa itti ballisuuf namallee wal jalaa gadi dhidhiise.

Oromiyaa keesaa Fulbaan bara 2010 keesallee mootummaa nama 6,655 gadi lakkisuuf waan warraa himatan bira dabreef jedhan.

Muddee bara 2009 keessallee akka oduu arganneetti nama 10,000f baruma sun Caamsaa keessallee nama 6,430 gadi lakkisuuf waan warri yakke jedhan bira dabreef kka oduu Oromiyaa nuun baatetti.

Gama dhibiin ammoo Mootummaan Tigaaryilleen namna wanajala akka akkaatiin himatanii naannoo isaatti hidhaa jiru ulfinanna Caamsaa 20tiif jedhee nama 2,000 caalaa gadi dhiise.

Caamsaa 20 yoma cufa maqaa akkanaaiin Tigraayitti nama hinuma hiikan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG