WASHINGTON,DC —
Meseret ganna lamaa asi dhiba jilbaa himatti.Tanumaaf fiigihca Gurrandhalaa bara 2018 Tookiyoollee lakkifte.
Maratoonii km 23 Rock ‘n’Roll kalee Amerikaa magaalaa Sandiyeegootti km 23 tana Meseret 1:08:27 moote. Dorgommii tana dhiiraan Keenyantti galaten. Fayyisaa Leellisaatti itti aane.
Gama kaaniin ammoo dorgommii Teensii addunyaa French Opening Faransaayitti itti jiran atileetiin Amerikaa, Serenaa Wailiyaamsi tapha Mariyaa Shaproovaa waliin taphattu abreesso irratiti dhiba ribuu gurmuutiin keessaa baate.
Serenaan dorgommii teensii adudnyaa maroo 23 dabasatte tun dhiyoo uulmaa baatee taphatti deebite.
Gurmuu mirgittiin akkana na dhibaa dhaqee laalladhaaa jette Serenaan,haatii ijoollee ta ganna 36 tun.