Xurree ittiin seenan

Breaking News

Koreen Fala Barbaaddu Kan Hawaasaa Musleemaa Mummicha Minsteera Wajjiin Marii Gaggeessuu Isaanii Dubbatan.


Muummee Ministera Itoophiyaatii fi Koreen Rakkoo Musliimaatiif Fala Barbaaddu
Muummee Ministera Itoophiyaatii fi Koreen Rakkoo Musliimaatiif Fala Barbaaddu

please wait

No media source currently available

0:00 0:12:57 0:00

Waggootii darban ja’af dhimmi musleemootaa kan ilaaleen sochii adda addaa gochaa kan ture koreen kun Majiliisii jiru kan uummata bakka hin buunee fi kan mootummaan hundeesse jechuun mormii dhagesiisaa turan.

Sababaa kanaanis Finfinnee dabalatee kutaalee biyyatti adda addaa keessatti hiriiriii mormii gaggefefamaa akka ture ni yaadatama.

Sababaa kana waliin wal qabatee miseensoonni koree fala barbaadduu kun hedduun hidhaa keessa turan.Koreen kun mummicha ministeeraa Dr. Abiyyi Ahamd waliin wal arguuf gaaffii dhiyeesseen Kibxata Waxabajjii 3 bara 2018 marii gaggeessee jira.

Xumuura marii irrtti koree Miseensoota kudha torba qabu hundeessuun waan amantoota musleemaaf ta’u akka hojii irra oolu walii galamuu miseensa koree kanaa keessaa tokko kan ta’an Ustaaz Ahmaddiin Jabal Mohammad ibsanii jiru.

Gaaffii fi deebii gaggeeffame caqasaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG