Xurree ittiin seenan

Breaking News

Pirezidaantiin naannoo Oromiyaa duraanii - Obbo Juneeydii Saaddoo har’a biyya galan


Pirezdaantin mootummaa naannoo duraanii Juneddiin Saaddoo biyyatti galan
Pirezdaantin mootummaa naannoo duraanii Juneddiin Saaddoo biyyatti galan

Pirzidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa duraanii,Juneddiin Saaddoo biyyatti galan
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:16 0:00

Obobo Juneydii bara 2001 haga Onkololeessaa bara 2005 Oromiyaa bulchanii achii obboo Abaaduulaa Gammadaatti irraa fuudhe.

Obboo Juneydiin mootummaa federaalaa keessatti itti gaafatama hedduu irra hojjatan.Biyyaa baqatanii bahanii hardha biyyatti deebihan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG