Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yaa'iin tokkumaa fi Ijaarsa Oromoo Finffineetti taa’e akka Oromoon safuu eegatee cimina ufii kan duriitti deebi’u gaafate


Oromia map

Yaa'ii Tokkummaa fi Ijaarsa Oromoo
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:45 0:00

"Oromoon durilee kan cabe safuu isaa gataa dhufuu irra kan ka'e waan ta'eef ummanni Oromoo ilaalchota garaagaraa walitti fidee dhimma waliif tokkoomuun akka hojjatu," waamichii dhiyaate.

Yaa'ii tokkumaa fi Ijaarsa Oromoo kana tokkumaa Abbootii Gadaa fi Hayyotaa Oromootti Sanbata darbe Finffineetti qophaaheesse.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG