Xurree ittiin seenan

Breaking News

VOAn gabaastota Itoophiyaa fi biyyoota ollaatii qabdu torbaan tokkoof Finfinneetti leenjifte


Leenjii gabaastota VOA Afrikaa jiranii

Leenjii gabaastota VOA Afrikaa jiranii
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:09 0:00

Gaazexeessitotii kun warra duruu ogummaa kanaan hojjachaa bahan. Leenjii ammaa tun “journalism in digital age” jedhanii mataa duree akka akkaa irratti wa barsiisan.

Warra leenjii kenne keessaa Tizita Balaachooti(editor).Isiin naamusam gaaxexeessummaa irratti barsiiste.

Ijoolleen leenjifaman tun Keenyaa,Somaalee fi Somaaleelandi,naannlee Itoophiyaa fi fulaa akka akkaatii dhufan.

Warra leenjii tana keessa oolee keesaa tokko Muktaar Jamaal. Gaazexeessaa VOA Afaan Oromooti.

Akka meeshaa fayyadaman,sagalee waraaban, haala rakkisaa keessatti ariitiin akkamiin akka sagalee fi viidiyoo waraaani fi waan heddu irratti nu barsiisan jedha.Namii leenjii dhufe 20 oli.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG