Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hiriira Naqamtee Irratti Dhukuusa Banameen Lubbuun Dhabamee Kaan Madaahe


Ethiopia

Godina Wallaggaa Bahaa keessatti dheengadda humnoota Benishangul Gumuz irraa dhufan jedhamaniin jiraattota irratti haleellaan geggeeffamuu fi namnillee du’uu jiraattonni akkasumas qaamni mootummaa dubbatee jira.

Kana irraa ka’uudhaan hiriira kaleessa magaalaa Naqamteetti geggeessame irratti poolisiin federaalaa hiriirtota irratti dhukaasa banee lubbuun namaa darbee kaan madaa’e, jedhu jiraattonni. Biiroon bulchiisaa fi nageenyaa Oromiyaa immoo eenyu akka tarkaanfii kana fudhate qoratamaa jira jedha.

please wait

No media source currently available

0:00 0:10:37 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG