Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dararaa Hidhamtoota Irratti Gaggeeffamu Seerri Biyyaa fi Waliigalteen Addunyaa Attamitti Ilaala?


Sababaa dhittaa mirga namoomaa fi malaa maltummaan aangawoota shakkaman to’annaa jala oolchuuu fi seera duratti dhiyeessuun itti fufee jira.

Keessumaa namoota shoroorkeessummaan himatamanii mana hidhaa keessa waggoota dheeraaf turanii dararaa ykn yakki dhittaa mirga namoomaa kan irratti rawwatame ta’u dubbataa turan.

Angawoonni dararaa fi dhittaa mirga namaa geesiisan jedhaman kana akka heeraa fi seera Itiyoophiyaatti akkasumas ija labsii ykn seera addunyaatti attamiin ilaalama?

Abukaatoo Seeraa kan ta’an Obbo Abduljabbaar Huseen waliin gaaffii fi deebii gaggeeffame caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:07:00 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG