Xurree ittiin seenan

Breaking News

Addi Dimokraatawaa Oromoo(ODF) fi Oromoo Dimokraatik Parti (ODP) Tokko Ta'anii Waliin Hojjachuuf Hardha Waliigalan


Waliigaltee kanas kan malatteesa Dura taa'aa ADO Obbo Leencoo Lataa fi I/A Dura taa'aa ODP Obbo Lamaa Magarsaa yoo ta'an, Sirna waliigaltee wajjira Preezdantii Oromiyaa Finffineetti taasifame kana irratti, barbaachisumaan waliigaltee kana kan yaroon gaafatu ta'uu isaa dubbatanii waliigalteen kunis seena qabeessa jedhanii jiru.

Muktaar Jamaal dabalata qaba

please wait

No media source currently available

0:00 0:08:58 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG