Xurree ittiin seenan

Breaking News

Fiilmiin Artist Seenaa Solomoon ‘Xiiqii’ jedhamu Giddu Gala Aadaa Oromoo Finfinnee jruu fi magaalaa Naqamteetti eebbifame


"Xiiqii" maqaa fiilmii Seenaan Solomoon dhiyoo bahe

Fiilmiin Seenaa Solomoon "Xiiqii" dhiyoo bahe
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:11 0:00

Seenaan Artistii diraamaa gaggabaaboo fi walitti fufaa Afaan Oromoo irratti hirmaataa kan turte yoo taatu waggaa tokko dura humnoota tika mootumaan qabamtee hidhamtee turte.

Yaadni fiilmii Xiiqiis kan dhufeef achumatti tahuu ibsiteetti.Fiilmii Eliyaas Kifluu Daanii qindeesse kana hojjachuuf birriin kuma 650 caalu baasii itti tahuu Seenaan dubbatteetti. Artistootni 30 olis irratti hirmaatanii jiru.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG