Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mariin Araaraa Yunivarsitii Ambootti Taasisame


AMBO UNIVERSTY

Barattootii yuniverstii Amboo marii araara barattootaa taa'an
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:39 0:00

Mariin araaraa barattoota Oromoo fi Amaaraa Yunivarisiitii Ambootti baratan gidduutti adeemsifamee jira.

Marii kana irratti barattoonni ammaan booda akka walitti hin buunee fi akka tokko tahanii barnooota isaaniitti bobba’an waadaa walii seena, jedhama.

Pireezidaantiin Yunivarsiitii Amboo Doktor Taaddesee Qana'aa sirna araara barattootaa sana irratti argamuun haasawa garaa nama nyaatu gochuun isaaniis himamee jira. Gabaasaan keenya haaraan, Naakoor Malkaa kana irratti gabaasaa erge qaba. Guutummaa isaa caqasaa.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG