Xurree ittiin seenan

Breaking News

ABOn mootummaan Paartiin biyya bulchu, ODPn lola nutti labse jedhee himate


ABO fi ODP

ABO fi OPD yaadaan wal dhabuutti jiran
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:11 0:00

ABO fi paartiin ODP ibsa wal irratti baasutt jiran. Jarii lamaanuu balleessaa wal himata.

Akka ibsa ABO kan hardhaatti mootumma isaanii fi mootummaan osoo waliin hojjachuutti jiranuu,osoo mariitti jrianuu ibsa akkasii baasuun fudhatama hin qabu jedhee jira.

Ibsii jedhan kun ka kalee Koreen hojii raawachiftuu ODP warra nagaa hin barbane naannoo gooluutti jira.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG