Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waraanii hidhate kaleessa Wallaggaa Lixaa aanaa Laaloo Assaabii keessatti namoota saddeeti fixee hedduu madeesse


Wallaggaa Lixaa
Wallaggaa Lixaa

Warrii qawwee tokko kalee Wallaggaa Lixaa keessatti nama 8 makiinaa keessatti fixe
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:49 0:00

Godina Wallaggaa Lixaa Aanaa Laaloo Assaabii ganda Garjoo jedhamutti Humnootni hidhatanii konkolaataan deeman namoota 8 ajjeesanii muraasa madeessan.

Maatiin miidhamtootaa fi kan ijaan argan qaamni hidhate kun raayyaa ittisa biyyaatii jedhu.

Dhimmicha gargar baafachuuf yoo gara waajjira Nageenyaatti bilbille namootni kan miidhaman waraana qaama hidhatee fi kan mootummaa jidduutti uumameen jedha

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG