WAASHINGITAN, DIISII —
Ityoophiyaa keessatt Seera dambii fi qajeelfama kaleessaas ta’e har’a hojii irra oolaa jiran uummati akka salphaatti akka argatu kan gargaaru kuusaa odeeffannoo qopheessu isaa waajirri abbaa alangaa muummichaa beeksiseera.