Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa fi Jaarsoliin Biyyaa Hoggansa Adda Bilisummaa Oromoo Waliin Mari'atan


Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa fi jaarsoliin biyyaa rakkoo nageenyaa Naanno Oromiyaa bakka garagaraatti mudate irratti hoggansa olaanaa Adda Bilisummaa Oromoo waliin magaalaa Finfinnee Hoteela Ililliitti mari'atan. Yaa'ichi rakkoon nageenya kun karaa nagayaa qofaan akka furamus waamicha dhiheesse jira.

Muktar Jamaal dabalata qaba

please wait

No media source currently available

0:00 0:02:37 0:00

XS
SM
MD
LG