Xurree ittiin seenan

Breaking News

Barattootni mana barumsaa qophaa’inaa Amboo hirrira bahanii paartileen maqaa Oromoon socho’an akka araara uuman gaafatan


Mana Barumsa Ambo Ol'aanaa Sadarkaa 2ffaa

Barattootii Abmoo akka paartileen Oromoo walii galan hiriiraan gaafatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:33 0:00

Barattootni mana barumsaa qophaa’inaa Amboo hirrira bahanii paartileen maqaa Oromoon socho’an akka araara uuman gaafatan

Bakka bu’oota paartilee garaa garaaf ergaa dabarsuu yaadanillee bakka buutota paartilee arguu dhabuu isaaniitti mufatana barattoonni tun.

Oduu wal fakkaatuun,barattootni yuniversiti Amboo mooraa muummichaa hiriira dhorkamnee aara imimmaan nama buusisuun akka adda facaanu godhamne jedhan.

Bulchiinsi Yunivarsiitichaa hiriirri akka godhamu barataan gaafatame hin jiru jedheera.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG