Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaantiin Ripaablikii Kongoo Kakachuun Angoo Qabatan


Prezidaantii Ripaabilikii Koongoo Harawaa Feliiks Tishsekedii
Prezidaantii Ripaabilikii Koongoo Harawaa Feliiks Tishsekedii

Ripaablikii Demokraatawaa Kongoo ta’uun kan haaraa filataman Fleeks Tishikeedii har’a kakatanii aangoo kan qabatan yoo ta’u garu haasawaa dhagesisaa ituu jiranii gidduun dhukkubsatan.

Deggertoota prezidaantii haaraa fi kan prezidaanticha duraanii kuma hedduun har’a Kinshaasaa keessatti sirnii kakuu ennaa gaggeeffamu aragamanii jiran.

Tishikeediin haasawaa dhageesisuu eega jalqabanii booda Televiziyoonni mootummaa tamsaasa haasawaa isaanii addaan kute.Kunis haasawaa sana ituu hin hin xumuriin dura ture.

Dhaabatti oduu Roytars akka gabaaseetti gargaartonni Tishkeedii eega qabanii barcuuma irraa tesisanii bishaan fidaniifi.Sana booda prezidaantichii ka’anii haasawaa itti fufuun.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG