Xurree ittiin seenan

Breaking News

Eenyummaa Kee Alatti Dhiiftee Itiyoophiummaatti Seenuun Hin Danda’amu: Obbo Lencoo Lataa


Awaasaa
Awaasaa

Tokkummaa uummata Oromoo fi Sidaamaa ni cimsa ka jedhame waltajjiin sambataa fi dilbata darbe magaalaa Hawaasaatti geggeessamee jira.

Gumii sana irratti qabsaa’ota Sidaamaa waliin qabsaa’aniiru kaneen jedhaman hoogganoonni ADO obbo Leencoo Lataa Diimaa Nagoo fi Leencoo Batii hirmaataniiru.

Prezidaantiin naannoo uummattoota Kibbaa hoogganoonni Sidaamaa fi angawoonni miseensonni Qeerroo fi ejjettoo akkasumas jaarsoliin biyyaa argamaniiru.

Obbo Leencoo Lataa akka jedhanitti eenyummaa lammiiwwan biyyattii mara kan keessummeessitu Itiyoophiyaa ijaaruun barbaachisaa dha.

Oromummaa kee alatti dhiiftee, Sidaamaa ta’uu kee alatti dhiiftee gara mootuaa Itiyoophiyummaatti seenuu dandeessa kanneen nuun jedhan kana booda dogoggoraniiru. Hin danda’amu.

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:10 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG