Xurree ittiin seenan

Breaking News

Wallagga Lixaa Keessatti Namoonni Hidhaman Jiraachuu Himamee Jira


Wallagga Lixaa keessatti, “ namoonni maatii keenya keessaa hidhamanii jiru. Mana murtiittis hin dhihaanne,” jechuun namoonni iyyannaa dhiheeffataa jiru. Gama biraatiin, “ani Kongiresa Federaalawa Oromoo irraa ti,” ka jedhan namni VOAn dubbise tokko immoo, namoota hidhaa jiran keessaa kanneen sababaa miseensa paartii siyaasaa tahaniif qabaman ni jiru” jedhan.

Namoonni qabamuu isaanii kan amane Waaltaan Ajajaa yokaan Komaandi Poosiin Wallagga Lixaa gama isaatiin, “namoonni sun hidhamuun isaanii, ilaalcha siyaasaa qabaniif otuu hin taane, ABO-Shanee Daawud Ibsaan hoogganamu hidhannoon jabeessuu waan yaalaniifi” jedhu. Gabaasaa guutuu dhaggeefadhaa.

please wait
Embed

No media source currently available

0:00 0:06:54 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG