Xurree ittiin seenan

Breaking News

GODINAA BOORANAATTI RAAYYAAN ITTISAA DHUKAASA BANEEN MISIRROOTA DABALEE NANOOTA SHAN TU DU’E JEDHAMA

Godinaa Boorana Aanaa Mi’ootti Misirrootni lamaa fi waayIlli isaan duuka ture Raayyaa ittisa Biyyaan ajjeefamuu jiraattonni dubbatan. Misirroonni misirroota kana waliinis yeroma kana humni Ittisa biyyaa nama naannoo turerratti dhukaasee walii gala namni shan lubbuun darbeera.

please wait

No media source currently available

0:00 0:06:28 0:00

XS
SM
MD
LG