Xurree ittiin seenan

Breaking News

Marii Dargaggoot Naqamtee


Magaalaa Naqamtee

Mariin gumaacha dargaggootni nagaa fi misoomaaf qaban irratti xiyyeeffate magaalaaNaqamteetti adeemsifame. Dargaggoota maricha irratti hirmaatan keessaa kan yaada isaanii Raadiyoo sagalee Ameerkaaf kennan nagaa waarawaa mirkaneessuuf akka tattaafatan himanii mootummaan dargaggoorraa fagootti dheessuu irraa itti dhiyaatee akka mariisisu gaafataniiru.

please wait
Embed

No media source currently available

0:00 0:05:22 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG