Xurree ittiin seenan

Breaking News

Marii Muummichi-ministaraa Itiyoophiyaa fi Prezidaantiin Oromiyaa Beegiitti Taasisan


Muummee Ministiraa Doktar Abiyyi Ahmadii fi Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa obbo Lammaa Magarsaa jiraattota Godina Wallagga Lixaa Aanaa Beegii Wajjin mari'atan.

Jiraataan aanichaa tokkoo fi kantiibaan magaalaa Beegii dhimmi ijoon marichaa waa’ee nagaa fi bu'uuraalee misoomaa tahuu dubbatan. Naakor Malkaa tu Naqamte irraa gabaase.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG