Xurree ittiin seenan

Breaking News

Koreen Araara, Simannaa WBOf Guyyaan Lama Akka Dabalamu Gafate


OLF FIGHTERS

Koreen Araara akka Simannoo WBOf guyyaa dabalaniif gaafate
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:03 0:00

Simannaan Waraana Bilisummaa Oromoof taasifamaa jiru itti fufuu Walitti qabaan Gumii Tokkummaa Abbootii Gadaa - Obbo Bayyana Sanbatuu Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti himanii jiran.

Guyyaan simannaa akka lakkoobsa Itiyoophiyaatti harra galgala sa’aatii 12 irratti xumuramuun irra ture ilaalchisee, korichi yeroo dabalataa guyyaa lamaa akka gaafataa jiru dubbatan – Obbo Bayyanaan.

Erga guyyaan kenname dhumee booda garuu filannoon kan abbaa ti, jedhu. Naakoor Malkaa Mandii irraa gabaase. Guutummaa isaa caqasaa.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG