Xurree ittiin seenan

Breaking News

Amerikaa fi Chaayinaan Walgahii Gaggessaa Jiru


Chaayinaa fi yunaaytid Isteetes Waashingtoon keessatti marii sadarkaa olaanaa kamiisa har’a itti fufanii yeroo jiran keessatti gama lemeen walii galtee irra ga’u akka danda’uu malan mallattoon agarsisuu jira jedhamee jira.

Dhaabbatti oduu Roytars akka gabaasetti aangawoonni daldalaa kan gama lameenii dhimmootti rakkisoo ta’an irratti walii galtee irra ga’uuf yaalaa jiru.

Jalqaba torban kanaa prezidaant Traamp akka jedhanti walii galtee daldalaa irra ga’uuf guyyaan muramee tokko hin jiru.Gama kaaniin gorsa gameessi paartii komunistii chaayinaa walgahii Hong Kong qopheessite irratti biyyonni lameen jalqaba baatii dhufuu jechuun Bitooteessatti walii galtee tokko irra ni ga’u jedhanii turan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:44 0:00
More
XS
SM
MD
LG