Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kanneen Muziyamii Walloo Dawwatan Maal Jedhan ?


Muuziemii walloo
Muuziemii walloo

Erga hundeeffaamee waggaa tokko kan hin caallee Muziyamiin walloo jalqabuuma isaati waan bu’a qabeessa hedduu akka qabuu fi gammaachisaa qofa otoo hin taane aadaa haara Itiyoophiyaan ijaaruuf deemtu yeroo gabaabaa keessatti hojii irra akka oolchu abdii qabna jedhu kanneen daw’atan.

Hogganaan Itiyoophiyaa duraanii koloneel Mangistuu H/Maariyaamiin kan hundeeffame fi muziyamii Walloo jedhamaa ture kun amma Muziyamii Dasee jedhamu kanneen daw’atantu dubbate.

Magaalaa Finfinneen ala sadarkaa kutaa biyyaatti isaan duraa kan jedhamee fi baroota 1970ta jalqaba irratti muziyamiin hundeeffame kun qalbii namoota kan hawate, fedhii namoota waa’ee aadaa ka boji’ee fi iddoo dinqisiifannaa jedhame jira.

Yeroo ammaa garu suraa ofii dhabee balaaf saaxilamee waan jiruuf qaamnii dhimmi kun isa ilaallatu waa gochuu qaba jedhu daw’attonni.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG