Xurree ittiin seenan

Breaking News

Injifannoo Adawaa Argamsiisuu Keessatti Qoodni Oromoo Maal Fakkkaata Ture?


victory of Adwa

Ayyaanni injifannoo Adwaa 123ffaan akka lakkoobsa Itiyoophiyaatti Gurandhalaa 23 bara 2011 Itoophiyaatti kabajamee oole.

Ayyaana kana ilaalchisuun, qodaa Oromoon injifannoo kana argamssisu keessatti qabaate irratti, Tsehaay Daamxoo, qorattoota fi hayyoota seenaa haasofsiisuun gabaasaa nuuf ergite qabdi. Caqasaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:06:51 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG