Xurree ittiin seenan

Breaking News

Balaa Xiyyaara Itiyoophiyaa Dhaqabe Hambisuuf Balaliistonni Yaali Guddaa Taasisaniiru: Ministara Geejjibaa Itiyoophiyaa


Balaa xiyaara Itiyoophiyaa dhaqabe hambisuuf balaliistonni yaali gudda taasisanis humnaa ol akka ture himame.

Ministarri Geejjibaa Itiyoophiyaa haala balaa saniitin wal qabatee gabaasa isaa ka sadarkaa jalqaba hardha beeksisee jira
Muktaar Jamaal tu Finfinnee irraa gabaase. Caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:22 0:00

XS
SM
MD
LG