Xurree ittiin seenan

Breaking News

ABO Tokkome fi ABO Qaama Cehumsaa Tokkomuuf Walii Galtee Godhan


ABO Qaama Cehumsaa fi ABO Tokkome garaagarumaa isaani dhiphisuun walitti tokkomuuf walii galuu isaani beeksisan. Dhaabileen kuniin kora waliigalaa waamanii hoggansa isaani kan filatan akka ta’es ibsanii jiru.

Hoggantooni dhaabilee Oromoo gara biraas tumsa dhaabilee oromootti akka hirmaatan waamichi dhihaatee jira.
Muktaar Jamaal tu Finfinnee irraa gabaase. Guutummaa isaa caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:04:55 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG