Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waamicha Marii Paartilee Siyaasaatiif KFO-n Dhiheesse


Partiin Kongireesii Federaalawaa Oromoo partiille maqaa Oromoon qabsa'aan hundaaf wamicha marii dhiheessee jira.

Nageenyi fi tasgabbin Oromiyaa keessatti dhabamuunii fi lammilleen yeroo dhaa yerootti buqaffamun haala itti dhaachuu qabu irratti akka mariin geggeessamu paartiin isaanii gaafachuu – ka dubbatan itti aanaa dura-taa’aan paartichaa – Obbo Mulaatuu Gammachuu, gama mootummaa tii waan haalli hin miijessamiiniif jecha, paartin isaanii haga ammaatti dhimmoota kana irratti waan hojjete akka hin qabne Raadiyoo Sagaalee Amerikaatti himan.

Tsehaay Daamxoo tu Finfinnee irraa gabaase. Caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:04:51 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG