Xurree ittiin seenan

Breaking News

‘Gaaffileen Nuti Yeroo Dheeraaf Gaafataa Turre Haga Yoonaa Deebii Hin Arganne’ Jiraattota Godina Booranaa


Jimaata darbe Itti Aanaan Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa daawwannaa Kibba Oromiyaatti taasisaa turaniin Yaa’aballootti jiraattota Godina Boorana Waliin mariyatanii jiru.

Wal gahii kanarrattis jiraattonni rakkoo hanqina bishaanii, dhabamuu bu’uraalee misoomaa akkasumas waan daangaa angawoota mootummaa naannoo gaafatanii jiru. Glamoo Daawit hirmaattota walgahii kanaa fi angawoota naannoo gaafatee qophii itti aanu nuuf ergeera.

please wait

No media source currently available

0:00 0:08:43 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG